LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kaayyoon qajeelfama* kanaa jaalala+ garaa qulqulluu, qalbii gaarii fi amantii+ fakkeessaa hin qabne irraa madde qabaachuu dha.

  • Yaaqoob 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ogummaan inni ol gubbaadhaa dhufu garuu, hundumaa dura qulqulluu dha,+ achiis naga qabeessa,+ yaada ofiitti kan hin cichine,+ ajajamuuf kan qophaaʼe, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame,+ kan hin loognee+ fi kan hin fakkeessine+ dha.

  • 1 Pheexiros 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Egaa jaalala obbolummaa fakkeessaa hin qabneen+ dhugaadhaaf ajajamuudhaan waan of* qulqulleessitaniif, cimsaa garaadhaa wal jaalladhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi