Faarfannaa 97:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+ Fakkeenya 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+
10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+
13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+