28 Achiis Nebukadnezaar akkana jedhe: “Waaqni Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo inni maleekaa isaa ergee tajaajiltoota isaa oolche haa jajamu.+ Isaan isatti amanamuudhaan ajaja mootichaa didaniiru; Waaqa isaaniitiin alatti waaqa kam iyyuu tajaajiluu yookiin waaqeffachuu mannaa duʼa filataniiru.+