LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 34:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Wanta hamaa irraa deebiʼi, wanta gaariis raawwadhu;+

      Nagaa barbaadi, isa duukaas buʼi.+

  • Faarfannaa 101:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Wanta gatii hin qabne akkamii iyyuu ija koo dura hin kaaʼu.

      Gochawwan namoota wanta sirrii taʼe irraa goranii nan jibba;+

      Isaanii wajjin walitti dhufeenya hin qabu.*

  • Faarfannaa 119:104
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 104 Ajajawwan keetiin hubannaadhaan nan deddeebiʼa.+

      Daandii sobaa kam iyyuu kanan jibbu kanaafi.+

  • Roomaa 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.

  • Ibroota 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi