LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Wanta hamaa irraa gori, wanta gaarii raawwadhu,+

      Bara baraafis ni jiraatta.

  • Faarfannaa 97:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+

      Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+

      Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+

  • Amoos 5:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Wanta hamaa jibbaa, wanta gaarii jaalladhaa,+

      Karra magaalaa irratti haqni akka dagaagu godhaa.+

      Tarii Yihowaan Waaqni Raayyaa

      Warra sanyii Yoseef keessaa hafanitti gaarummaa ni argisiisa taʼa.’+

  • Roomaa 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi