Faarfannaa 34:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Wanta hamaa irraa deebiʼi, wanta gaariis raawwadhu;+Nagaa barbaadi, isa duukaas buʼi.+ Faarfannaa 97:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+ Roomaa 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.
10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+
9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.