Maatewos 5:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Warri nagaa uuman*+ gammadoo dha; isaan ilmaan Waaqayyoo ni jedhamu. Ibroota 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+
14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+