Faarfannaa 34:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Wanta hamaa irraa deebiʼi, wanta gaariis raawwadhu;+Nagaa barbaadi, isa duukaas buʼi.+ Roomaa 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Hamma isiniif dandaʼametti karaa keessan namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraadhaa.+ Roomaa 14:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaafuu, wantoota nagaa argamsiisanii+ fi wal ijaaruuf gargaaran+ haa hordofnu.