2 Ximotewos 2:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Sababiin isaas, garbichi Gooftaa nama loluu hin qabu; kanaa mannaa, namoota hundumaatiif garraamii* kan taʼe,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabuu fi yeroo jalʼinni isa irratti raawwatamu kan of toʼatu taʼuu qaba;+ Ibroota 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+ Yaaqoob 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana malees, warra nagaa uumaniif,*+ firiin qajeelinaa haala naga qabeessa taʼe+ keessatti facaafama.
24 Sababiin isaas, garbichi Gooftaa nama loluu hin qabu; kanaa mannaa, namoota hundumaatiif garraamii* kan taʼe,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabuu fi yeroo jalʼinni isa irratti raawwatamu kan of toʼatu taʼuu qaba;+
14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+
18 Kana malees, warra nagaa uumaniif,*+ firiin qajeelinaa haala naga qabeessa taʼe+ keessatti facaafama.