Maatewos 5:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Ani garuu isiniin nan jedha, nama hamaa taʼe hin mormin; kanaa mannaa, nama maddii* kee isa mirgaa kabalu* kamiif iyyuu maddii kee isa bitaas itti qabi.+
39 Ani garuu isiniin nan jedha, nama hamaa taʼe hin mormin; kanaa mannaa, nama maddii* kee isa mirgaa kabalu* kamiif iyyuu maddii kee isa bitaas itti qabi.+