Maatewos 5:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Warri nagaa uuman*+ gammadoo dha; isaan ilmaan Waaqayyoo ni jedhamu. Roomaa 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Hamma isiniif dandaʼametti karaa keessan namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraadhaa.+