Roomaa 15:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas Waaqayyo inni jabaatanii dhaabbachuu fi jajjabina namaaf kennu, akka Kiristoos Yesuus yaadetti akka yaaddan isin haa gargaaru; 6 kunis tokkummaadhaan+ Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos sagalee* tokkoon akka galateeffattaniifi. 2 Qorontos 13:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, gammaduu keessan, sirreeffama gochuu keessan, jajjabaachuu keessan,+ yaada tokko qabaachuu+ fi nagaadhaan jiraachuu+ keessan itti fufaa; Waaqni jaalalaa fi nagaa+ isinii wajjin taʼa. Efesoon 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha; Efesoon 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 hidhaa nagaa isa tokko godhuun tokkummaa hafuuraa eeguuf carraaqqii cimaa godhaa.+ Filiphisiyus 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 yaada tokkoo fi jaalala tokko qabaachuudhaan, guutummaatti tokkummaa qabaachuudhaan,* akkasumas ilaalcha tokko qabaachuudhaan+ gammachuu koo guutuu naaf godhaa.
5 Ammas Waaqayyo inni jabaatanii dhaabbachuu fi jajjabina namaaf kennu, akka Kiristoos Yesuus yaadetti akka yaaddan isin haa gargaaru; 6 kunis tokkummaadhaan+ Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos sagalee* tokkoon akka galateeffattaniifi.
11 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, gammaduu keessan, sirreeffama gochuu keessan, jajjabaachuu keessan,+ yaada tokko qabaachuu+ fi nagaadhaan jiraachuu+ keessan itti fufaa; Waaqni jaalalaa fi nagaa+ isinii wajjin taʼa.
4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha;
2 yaada tokkoo fi jaalala tokko qabaachuudhaan, guutummaatti tokkummaa qabaachuudhaan,* akkasumas ilaalcha tokko qabaachuudhaan+ gammachuu koo guutuu naaf godhaa.