Efesoon 4:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha; 2 yeroo hundumaa gad of qabuu+ fi garraamummaadhaan jiraadhaa; obsa qabaadhaa,+ akkasumas jaalalaan wal dandaʼaa;+ 1 Tasalonqee 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Karaa biraa immoo yaa obbolootaa, warra seeraan ala deddeebiʼan akka akeekkachiistan,*+ warra dhiphatan* akka jajjabeessitan, warra dadhaban akka deggertan, hundumaattis obsa akka argisiistan+ isin gorsina.
4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha; 2 yeroo hundumaa gad of qabuu+ fi garraamummaadhaan jiraadhaa; obsa qabaadhaa,+ akkasumas jaalalaan wal dandaʼaa;+
14 Karaa biraa immoo yaa obbolootaa, warra seeraan ala deddeebiʼan akka akeekkachiistan,*+ warra dhiphatan* akka jajjabeessitan, warra dadhaban akka deggertan, hundumaattis obsa akka argisiistan+ isin gorsina.