Leewwota 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin.+ Ati cubbuu nama kan biraa irratti akka hin hirmaanneef, yeroo barbaachisu hundumaatti nama sana akeekkachiisi.+ 2 Ximotewos 4:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Dubbicha lallabi;+ yeroo mijaaʼaa taʼettis taʼe yeroo rakkisaa taʼetti hinaaffaadhaan lallabi; obsa hundumaa fi ogummaa barsiisuutiin balleessaa hubachiisi,+ cimsii akeekkachiisi, akkasumas cimsii gorsi.+
17 “‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin.+ Ati cubbuu nama kan biraa irratti akka hin hirmaanneef, yeroo barbaachisu hundumaatti nama sana akeekkachiisi.+
2 Dubbicha lallabi;+ yeroo mijaaʼaa taʼettis taʼe yeroo rakkisaa taʼetti hinaaffaadhaan lallabi; obsa hundumaa fi ogummaa barsiisuutiin balleessaa hubachiisi,+ cimsii akeekkachiisi, akkasumas cimsii gorsi.+