Fakkeenya 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Namni jibba isaa dhoksu soba dubbata,+Namni oduu* hamaa babalʼisus gowwaa dha. 1 Yohaannis 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni ifa keessa akka jiru dubbachaa obboleessa isaa jibbu+ amma iyyuu dukkana keessa jira.+ 1 Yohaannis 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni obboleessa isaa jibbu hundi nama nama ajjeesu dha;+ namni nama ajjeesu hundi immoo jireenyi bara baraa isa keessa akka hin jiraanne beektu.+
15 Namni obboleessa isaa jibbu hundi nama nama ajjeesu dha;+ namni nama ajjeesu hundi immoo jireenyi bara baraa isa keessa akka hin jiraanne beektu.+