-
Maatewos 5:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Warra bara duriitti jiraataniin, ‘Hin ajjeesin,+ namni nama ajjeesu kam iyyuu mana murtiitti itti gaafatama’+ akka jedhame dhageessaniittu. 22 Ani garuu isinitti nan hima, namni obboleessa isaatti dheekkamee dheekkamsi isaa irraa hin qabbanoofne+ hundi mana murtiitti itti gaafatama; namni tuffiidhaan obboleessa isaatti dubbii qaanessaa dubbatu kam iyyuu Mana Murtii Walii Galaatti itti gaafatama; namni, ‘Gowwaa gatii hin qabne nana!’ isaan jedhu kam iyyuu immoo ibidda Gahaannamtu* isa eeggata.+
-