Yaaqoob 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Haa taʼu malee, garaa keessan keessa hinaaffaa+ cimaanii fi morkiin*+ yoo jiraate of hin tuulinaa,+ akkasumas dhugaa irratti soba hin dubbatinaa.
14 Haa taʼu malee, garaa keessan keessa hinaaffaa+ cimaanii fi morkiin*+ yoo jiraate of hin tuulinaa,+ akkasumas dhugaa irratti soba hin dubbatinaa.