Efesoon 4:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Jibba guddaa,+ aarii, dheekkamsa, iyya, arrabsoo+ fi wanta miidhaa geessisu hundumaa of irraa fageessaa.+ Qolosaayis 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Amma garuu dheekkamsa, aarii, hamminaa+ fi arrabsoo+ hundumaa of irraa fageessaa; dubbiin nama qaanessus+ afaan keessan keessaa hin baʼin.
31 Jibba guddaa,+ aarii, dheekkamsa, iyya, arrabsoo+ fi wanta miidhaa geessisu hundumaa of irraa fageessaa.+
8 Amma garuu dheekkamsa, aarii, hamminaa+ fi arrabsoo+ hundumaa of irraa fageessaa; dubbiin nama qaanessus+ afaan keessan keessaa hin baʼin.