1 Qorontos 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kennaa raajii dubbachuu yoon qabaadhe, iccitii qulqulluu hunda yoon hubadhe, beekumsa hunda yoon qabaadhee+ fi amantii gaarota iddoo isaaniitii sochoosu* yoon qabaadhe illee, jaalala hin qabu taanaan ani gatii hin qabu.+ 1 Yohaannis 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni obboleessa isaa jibbu hundi nama nama ajjeesu dha;+ namni nama ajjeesu hundi immoo jireenyi bara baraa isa keessa akka hin jiraanne beektu.+
2 Kennaa raajii dubbachuu yoon qabaadhe, iccitii qulqulluu hunda yoon hubadhe, beekumsa hunda yoon qabaadhee+ fi amantii gaarota iddoo isaaniitii sochoosu* yoon qabaadhe illee, jaalala hin qabu taanaan ani gatii hin qabu.+
15 Namni obboleessa isaa jibbu hundi nama nama ajjeesu dha;+ namni nama ajjeesu hundi immoo jireenyi bara baraa isa keessa akka hin jiraanne beektu.+