1 Tasalonqee 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Karaa biraa immoo yaa obbolootaa, warra seeraan ala deddeebiʼan akka akeekkachiistan,*+ warra dhiphatan* akka jajjabeessitan, warra dadhaban akka deggertan, hundumaattis obsa akka argisiistan+ isin gorsina.
14 Karaa biraa immoo yaa obbolootaa, warra seeraan ala deddeebiʼan akka akeekkachiistan,*+ warra dhiphatan* akka jajjabeessitan, warra dadhaban akka deggertan, hundumaattis obsa akka argisiistan+ isin gorsina.