1 Qorontos 13:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Jaalalli+ ni obsa,+ gaarummaas ni argisiisa.+ Jaalalli hin hinaafu.+ Jaalalli of hin jaju, of hin bokoksu,+ Galaatiyaa 5:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Karaa gara biraa immoo, firiin hafuuraa jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, gaarummaa,+ arjummaa,* amantii, Efesoon 4:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha; 2 yeroo hundumaa gad of qabuu+ fi garraamummaadhaan jiraadhaa; obsa qabaadhaa,+ akkasumas jaalalaan wal dandaʼaa;+ Qolosaayis 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Namni tokko sababii nama kan biraa itti komatu yoo qabaate illee,+ wal dandaʼuu fi tola waliif dhiisuu keessan itti fufaa.+ Akkuma Yihowaan* tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa.+
4 Jaalalli+ ni obsa,+ gaarummaas ni argisiisa.+ Jaalalli hin hinaafu.+ Jaalalli of hin jaju, of hin bokoksu,+
22 Karaa gara biraa immoo, firiin hafuuraa jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, gaarummaa,+ arjummaa,* amantii,
4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha; 2 yeroo hundumaa gad of qabuu+ fi garraamummaadhaan jiraadhaa; obsa qabaadhaa,+ akkasumas jaalalaan wal dandaʼaa;+
13 Namni tokko sababii nama kan biraa itti komatu yoo qabaate illee,+ wal dandaʼuu fi tola waliif dhiisuu keessan itti fufaa.+ Akkuma Yihowaan* tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa.+