Roomaa 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+ Efesoon 4:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Kanaa mannaa gaarummaa walitti argisiisaa, akkasumas garaa waliif laafaa;+ akkuma Waaqayyo karaa Kiristoos tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa.+
10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+
32 Kanaa mannaa gaarummaa walitti argisiisaa, akkasumas garaa waliif laafaa;+ akkuma Waaqayyo karaa Kiristoos tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa.+