LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Namoota cubbuu isin irratti hojjetaniif dhiifama yoo gootan, Abbaan keessan inni samiis dhiifama isiniif godha;+

  • Maatewos 18:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Isinis, tokkoon tokkoon keessan obboleessa keessaniif garaadhaa dhiifama+ hin gootan taanaan, Abbaan koo inni samii akkanuma+ isin irratti godha.”

  • Maarqos 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo kadhannaadhaaf dhaabbattan, Abbaan keessan inni samii cubbuu keessan akka isiniif dhiisuuf, balleessaa warri kaan isin irratti raawwatan hundumaa isaaniif dhiisaa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi