Faarfannaa 32:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dhuma irratti cubbuu koo sitti nan himadhe;Dogoggora koo hin dhoksine.+ Ani, “Balleessaa koo Yihowaatti nan himadha” nan jedhe.+ Atis dogoggora koo fi cubbuu koo naaf dhiiste.+ (Seelaa) Fakkeenya 28:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Namni balleessaa isaa dhoksu milkaaʼina hin argatu,+Namni balleessaa isaa himatuu fi isa dhiisu garuu araara ni argata.+ Yaaqoob 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+
5 Dhuma irratti cubbuu koo sitti nan himadhe;Dogoggora koo hin dhoksine.+ Ani, “Balleessaa koo Yihowaatti nan himadha” nan jedhe.+ Atis dogoggora koo fi cubbuu koo naaf dhiiste.+ (Seelaa)
13 Namni balleessaa isaa dhoksu milkaaʼina hin argatu,+Namni balleessaa isaa himatuu fi isa dhiisu garuu araara ni argata.+
16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+