LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 12:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Saamuʼelis Yihowaa ni kadhate; Yihowaanis guyyaa sanatti akka kakawweessaʼuu fi bokkaan akka roobu godhe; kanaan kan kaʼes, namoonni sun hundi Yihowaa fi Saamuʼeliin baayʼee sodaatan.

  • 1 Mootota 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Mootichis nama Waaqa dhugaa sanaan, “Maaloo, Waaqni kee Yihowaan gara laafina akka natti argisiisuu fi harki koos iddoo isaatti akka naaf deebiʼu isa naaf kadhadhu” jedhe.+ Yeroo kanatti namni Waaqa dhugaa sun Yihowaan mootichatti gara laafina akka argisiisu isaaf ni kadhate; harki mootichaas akkuma duraan turetti isaaf ni deebiʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi