Faarfannaa 38:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Dogoggora koo himadheera;+Cubbuu kootiin kan kaʼe rakkina irra buʼeen ture.+ Faarfannaa 51:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ani hundumaa caalaa si irratti,* eeyyee, si irratti cubbuu hojjedheera;+Wanta si duratti hamaa taʼes raawwadheera.+ Kanaafuu, ati yeroo dubbattu qajeelaa dha,Murtiiwwan kees sirrii dha.+ 1 Yohaannis 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+
4 Ani hundumaa caalaa si irratti,* eeyyee, si irratti cubbuu hojjedheera;+Wanta si duratti hamaa taʼes raawwadheera.+ Kanaafuu, ati yeroo dubbattu qajeelaa dha,Murtiiwwan kees sirrii dha.+
9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+