LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Hafuurri Yihowaa humna siif kenna;+ atis isaanii wajjin raajii dubbatta; jijjiiramtees akka nama kan biraa taata.+

  • 2 Mootota 2:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ilmaan raajotaa Yerikoo jiran halaalatti yommuu isa arganis, “Hafuurri Eeliyaas, Eelsaaʼi irra buʼeera”+ jedhan. Kanaafuu, isaan isa argachuuf ni deeman; isa duratti kufaniis ni sagadan.

  • Nahimiyaa 9:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Hubannaa akka argataniif hafuura kee isa gaarii isaaniif ni kennite;+ ati mannaa isaan hin dhowwanne;+ yeroo isaan dheebotanittis bishaan isaaniif kennite.+

  • Hojii Ergamootaa 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 ‘Waaqayyo akkana jedha: “Guyyoota dhumaatti, ani hafuura koo* foon kan taʼe hunda irratti nan dhangalaasa; ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan raajii ni dubbatu; dargaggoonni keessan mulʼata ni argu; maanguddoonni keessanis abjuu ni abjuʼatu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi