Lakkoofsa 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Anis gad buʼee+ achitti sii wajjin nan dubbadha;+ hafuura isa si irra jiru irraa muraasa fuudhees+ isaan irra nan kaaʼa; isaanis ati kophaa kee akka hin baanneef, baʼaa sabichaa baachuu irratti si gargaaru.+ Lakkoofsa 11:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yihowaanis duumessicha keessaan gad buʼee+ isatti dubbate;+ sana booda hafuura isa irra ture sana irraa muraasa isaa fuudhee+ tokkoon tokkoon jaarsolii 70 sana irra kaaʼe. Hafuurichi akkuma isaan irra buʼeen isaan akka raajotaa taʼuu* jalqaban;+ sana booda garuu akkana hin taane.
17 Anis gad buʼee+ achitti sii wajjin nan dubbadha;+ hafuura isa si irra jiru irraa muraasa fuudhees+ isaan irra nan kaaʼa; isaanis ati kophaa kee akka hin baanneef, baʼaa sabichaa baachuu irratti si gargaaru.+
25 Yihowaanis duumessicha keessaan gad buʼee+ isatti dubbate;+ sana booda hafuura isa irra ture sana irraa muraasa isaa fuudhee+ tokkoon tokkoon jaarsolii 70 sana irra kaaʼe. Hafuurichi akkuma isaan irra buʼeen isaan akka raajotaa taʼuu* jalqaban;+ sana booda garuu akkana hin taane.