-
1 Saamuʼel 19:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Saaʼolis yeruma sana Daawitiin akka qabaniif namoota erge. Isaanis raajonni maanguddoota taʼan utuu raajii dubbatanii fi Saamuʼel dhaabbatee utuu isaan geggeessuu yommuu argan, hafuurri Waaqayyoo namoota Saaʼol erge sana irra buʼe; isaanis akka raajotaa taʼuu jalqaban.
-