- 
	                        
            
            Lakkoofsa 12:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Yihowaanis utubaa duumessaa keessaan gad ni buʼe;+ achiis balbala dunkaanichaa dura dhaabbatee Aaronii fi Miiriyaamiin ni waame. Lamaan isaaniis gara fuulduraatti ni baʼan.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 31:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Achiis Yihowaan dunkaanicha duratti utubaa duumessaa keessaan ni mulʼate; utubaan duumessaa sunis balbala dunkaanichaa dura dhaabbate.+
 
 -