LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis Yihowaan duumessa keessa gad buʼee+ achitti isa bira dhaabbate; maqaa Yihowaas ni labse.+

  • Lakkoofsa 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yihowaanis duumessicha keessaan gad buʼee+ isatti dubbate;+ sana booda hafuura isa irra ture sana irraa muraasa isaa fuudhee+ tokkoon tokkoon jaarsolii 70 sana irra kaaʼe. Hafuurichi akkuma isaan irra buʼeen isaan akka raajotaa taʼuu* jalqaban;+ sana booda garuu akkana hin taane.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi