Hojii Ergamootaa 7:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Inni isa, maleekaa+ isa Gaara Siinaa irratti isattii fi abbootii keenyatti dubbate+ sanaa wajjin lafa onaa keessa saba Israaʼel gidduu ture sana dha; inni, nuu kennuudhaaf dubbii Waaqayyoo isa jiraataa fudhate.+
38 Inni isa, maleekaa+ isa Gaara Siinaa irratti isattii fi abbootii keenyatti dubbate+ sanaa wajjin lafa onaa keessa saba Israaʼel gidduu ture sana dha; inni, nuu kennuudhaaf dubbii Waaqayyoo isa jiraataa fudhate.+