-
2 Mootota 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ilmaan raajotaa Yerikoo jiran halaalatti yommuu isa arganis, “Hafuurri Eeliyaas, Eelsaaʼi irra buʼeera”+ jedhan. Kanaafuu, isaan isa argachuuf ni deeman; isa duratti kufaniis ni sagadan.
-