16 Ilma ilma Niimshii kan taʼe Yehuu+ mootii Israaʼel godhii dibi; Eelsaa’i* ilma Shaafaat isa nama biyya Abeel Meholaa taʼe immoo bakka kee raajii godhii dibi.+
17 Kana malees inni garaa abbootii gara ijoolleetti,+ namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema;+ kunis namoota Yihowaadhaaf* qopheessuufi.”+