LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 11:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, raajonnis taʼan Seerichi hanga Yohaannisitti wanta taʼuuf jiru raajii dubbataniiru;+ 14 egaa fudhattanis fudhachuu baattanis, inni ‘Eeliyaas isa ni dhufa’+ jedhame sana dha.

  • Maatewos 17:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee barattoonni isaa, “Maarree barsiisonni seeraa, Eeliyaas dursee dhufuu qaba kan jedhan maaliifi?” jedhanii isa gaafatan.+ 11 Innis deebisee akkana jedhe: “Dhugaa dha, Eeliyaas dhufee waan hundumaa iddootti deebisa.+ 12 Haa taʼu malee, ani isinitti nan hima, Eeliyaas dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan+ malee isa hin beekne. Ilmi namaas akkasuma harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi