LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama:

      “Daandii Yihowaa qopheessaa!+

      Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+

  • Miilkiyaas 4:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Kunoo, ani guyyaan Yihowaa inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura+ Eeliyaas raajicha+ gara keessanitti nan erga. 6 Innis ani dhufee lafa rukutuudhaan guutummaatti akka ishii hin balleessineef, garaa abbootii gara ilmaaniitti,+ garaa ilmaaniis gara abbootiitti ni deebisa.”

  • Maatewos 11:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, raajonnis taʼan Seerichi hanga Yohaannisitti wanta taʼuuf jiru raajii dubbataniiru;+ 14 egaa fudhattanis fudhachuu baattanis, inni ‘Eeliyaas isa ni dhufa’+ jedhame sana dha.

  • Maarqos 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Innis akkana isaaniin jedhe: “Eeliyaas dursee dhufee waan hundumaa iddootti deebisa;+ garuu Ilmi namaa rakkinni hedduun irra gaʼuu+ fi tuffatamuu+ akka qabu kan barreeffame maaliifi?

  • Luqaas 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana malees inni garaa abbootii gara ijoolleetti,+ namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema;+ kunis namoota Yihowaadhaaf* qopheessuufi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi