Luqaas 16:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Seerichii fi Raajonni hanga Yohaannisitti lallabamaa turaniiru. Yeroo sanaa jalqabee misiraachoon Mootummaa Waaqayyoo lallabamaa jira; akaakuun namootaa hundis itti galuudhaaf carraaqqii cimaa gochaa jiru.+
16 “Seerichii fi Raajonni hanga Yohaannisitti lallabamaa turaniiru. Yeroo sanaa jalqabee misiraachoon Mootummaa Waaqayyoo lallabamaa jira; akaakuun namootaa hundis itti galuudhaaf carraaqqii cimaa gochaa jiru.+