-
Maatewos 11:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Bara Yohaannis Cuuphaatii jalqabee hanga ammaatti, Mootummaan samii galma namoonni irra gaʼuuf carraaqqii cimaa godhan taʼeera; warri carraaqqii cimaa gochuu isaanii itti fufanis isa ni argatu.+ 13 Sababiin isaas, raajonnis taʼan Seerichi hanga Yohaannisitti wanta taʼuuf jiru raajii dubbataniiru;+
-