Luqaas 13:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Balbala isa dhiphaadhaan ol seenuuf carraaqqii guddaa godhaa;+ sababiin isaas, ani isinitti nan hima, namoonni hedduun itti galuu barbaadu, garuu hin dandaʼan.
24 “Balbala isa dhiphaadhaan ol seenuuf carraaqqii guddaa godhaa;+ sababiin isaas, ani isinitti nan hima, namoonni hedduun itti galuu barbaadu, garuu hin dandaʼan.