-
Filiphisiyus 3:12-14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ani amma akkan argadhe yookiin guutuu akkan taʼe hin yaadu; kanaa mannaa, isa Kiristoos Yesuus akkan fudhadhuuf na filate* sana of harka galfachuu yoon dandaʼe arguuf carraaqqii gochaan jira.+ 13 Yaa obbolootaa, ani amma iyyuu akkan of harka galfadhe godhee hin yaadu; haa taʼu malee, waan tokko nan godha: Wantoota na duuba jiran irraanfadhee,+ wantoota fuula koo dura jiranitti nan hiixadha;+ 14 galma sana bira gaʼuuf, jechuunis badhaasicha argachuuf carraaqaan jira;+ innis waamicha isa olii+ isa Waaqayyo karaa Kiristoos Yesuus kennu dha.
-
-
1 Ximotewos 6:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Lola amantii isa gaarii sana loli; jireenya bara baraa isa itti waamamtee fi ragaa baatota hedduu duratti akka gaariitti labsiteef sana jabeessii qabadhu.
-