1 Qorontos 9:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii? Isinis badhaasicha akka argattaniif haaluma kanaan fiigaa.+
24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii? Isinis badhaasicha akka argattaniif haaluma kanaan fiigaa.+