-
2 Ximotewos 4:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Lola isa gaarii loleera,+ dorgommicha irratti hamma dhumaatti fiigeera,+ amantiis eegeera. 8 Ammaa jalqabee gonfoon qajeelinaa,+ Gooftaan inni abbaa murtii+ qajeelaa taʼe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaʼeera;+ taʼus warra mulʼachuu isaa hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
-