-
Luqaas 21:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Maqaa kootiin kan kaʼe nama hundumaa biratti ni jibbamtu.+
-
-
Yohaannis 15:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Haa taʼu malee, isaan isa na erge sana waan hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu.+
-