LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 15:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Wantan isinitti hime kana yaadadhaa: Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariʼataniiru yoo taʼe, isiniinis ni ariʼatu;+ dubbii koo eeganiiru yoo taʼe, dubbii keessanis ni eegu.

  • Hojii Ergamootaa 11:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Namoonni ariʼatama Isxifaanos irra gaʼeen kan kaʼe bittinnaaʼan+ hanga Fiinqee, Qophrosii fi Anxokiyaatti deemanii turan; taʼus, isaan dubbicha kan himan Yihudoota qofatti ture.+

  • Mulʼata 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Rakkina si irra gaʼuuf jiru hin sodaatin.+ Kunoo, Diyaabilos guutummaatti akka qoramtaniif isin keessaa tokko tokko mana hidhaatti galchuu isaa itti fufa; guyyaa kudhaniif ni dhiphattu. Hanga duʼaatti amanamaa taʼuu kee argisiisi; anis gonfoo jireenyaa siif nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi