LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+

  • Maatewos 10:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Maqaa kootiin kan kaʼe nama hundumaa biratti ni jibbamtu;+ namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+

  • Maatewos 24:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yeroo sanatti namoonni rakkinaaf dabarsanii isin kennu,+ isin ajjeesus;+ maqaa kootiin kan kaʼe saboota hundumaa biratti ni jibbamtu.+

  • 2 Ximotewos 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Eeyyee, namoonni Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan Waaqayyoof kan bulan taʼanii jiraachuu barbaadan hundi ni ariʼatamu.+

  • 1 Pheexiros 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan+ fakkeenya isiniif taʼuudhaan isiniif jedhee dhiphateera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi