LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 16:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Namoonni mana sagadaa keessaa isin ariʼu.+ Dhuguma iyyuu, saʼaatiin namni isin ajjeesu hundi+ Waaqayyoof tajaajila qulqulluu akka dhiheesse isatti dhagaʼamu ni dhufa.

  • Hojii Ergamootaa 7:59
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii Isxifaanos, “Yaa Gooftaa Yesuus, hafuura koo fudhadhu” jedhee kadhate.

  • Hojii Ergamootaa 12:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo sana Heroodis Mootichi miseensota gumii tokko tokko irratti ariʼatama geessisuu jalqabe.+ 2 Inni, Yaaqoob obboleessa Yohaannis+ goraadeedhaan ni ajjeese.+

  • Mulʼata 6:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Tokkoon tokkoon isaaniitiif uffanni adiin ni kenname;+ isaanis hanga lakkoofsi warra akkuma isaanii garboota taʼanii fi obboloota isaanii warra akkuma isaanii ajjeefamuuf jiranii+ guututti yeroo muraasaaf akka boqotan isaanitti himame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi