Mulʼata 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Inni injifatu+ uffata adii ni uffata,+ anis matumaa maqaa isaa kitaaba jireenyaa keessaa hin haqu;+ kanaa mannaa, Abbaa koo fi maleekota isaa duratti maqaa isaatiif beekamtii nan kenna.+
5 Inni injifatu+ uffata adii ni uffata,+ anis matumaa maqaa isaa kitaaba jireenyaa keessaa hin haqu;+ kanaa mannaa, Abbaa koo fi maleekota isaa duratti maqaa isaatiif beekamtii nan kenna.+