-
Mulʼata 4:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Teessoowwan 24 teessichatti marsanii jiru turan, teessoowwan sana irra jaarsoliin 24+ uffata adii uffatanii fi mataa isaaniitti gonfoo warqii kaaʼatanii utuu taaʼanii nan arge.
-
-
Mulʼata 19:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Eeyyee, misirrittiin uffata quncee talbaa baʼeessa calaqqisuu fi qulqulluu taʼe akka uffattu ishiidhaaf heyyamameera; uffanni quncee talbaa baʼeessi sun hojiiwwan qulqullootaa qajeeloo taʼan argisiisa.”+
-