LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 61:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani Yihowaatti baayʼee nan gammada.

      Guutummaan eenyummaa kootii* Waaqa kootti ni gammada.+

      Sababiin isaas, inni uffata fayyinaa natti uwwiseera;+

      Akkuma misirricha marata mataa isa kan lubaa fakkaatu+ marateetti,

      Akkuma misirroo faayawwan ishiitiin of miidhagsiteettis,

      Inni uffata* qajeelummaa natti mareera.

  • Efesoon 5:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin abbootiin manaa, akkuma Kiristoos gumii jaallatee fi ofii isaa dabarsee isaaf kenne,+ haadhotii manaa keessan jaallachuu keessan itti fufaa;+ 26 inni kana kan godhe gumicha bishaaniin, jechuunis dubbii Waaqayyootiin dhiqee qulqulleessuudhaan qulqulluu gochuufi;+ 27 kunis gumichi xuriin yookiin gogaa shuntuuraan yookiin wanti akkasii tokko illee utuu irratti hin argamin,+ qulqulluu fi hirʼina kan hin qabne+ taʼee akkuma miidhagina isaa eegetti isa duratti akka mulʼatuufi.

  • Mulʼata 14:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Isaan kun warra dubartootaan of hin xureessine dha; siruma iyyuu isaan qeerroo* dha.+ Isaan warra bakka Hoolichi dhaqu hundatti isa duukaa buʼani dha.+ Isaan warra Waaqayyoo fi Hoolichaaf firiiwwan jalqabaa akka taʼaniif,+ ilmaan namootaa keessaa bitamani dha;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi