Yaaqoob 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kun fedhii isaa waan taʼeef, nuti uumamawwan isaa keessaa firiiwwan jalqabaa akka taanuuf,+ inni dubbii dhugaatiin+ gara jireenyaatti nu fide.
18 Kun fedhii isaa waan taʼeef, nuti uumamawwan isaa keessaa firiiwwan jalqabaa akka taanuuf,+ inni dubbii dhugaatiin+ gara jireenyaatti nu fide.